Abbummaa Kee _The Tuners (Official Music Video)


Abbummaa Kee _The Tuners (Official Music Video)


#Abbummaakee
#Lyrics
Ati waaqa jaalalaa, Waaqa araaraan na tumsitu
Mucummaa kootii kaastee gaafa hundumaa naa wajjin jirtuu
Ati waaqa yeroo hundaa dadhabbii kootti na jabeessituu
Ati waaqa yeroo hundaa ofitti qabdee na uruursituu

Takkaa gad-nan dhiifnee abdii anaaf laatta
Gaafan dadhabus humna naaf taata
Abbummaakee anatti agarsiista*4

Ati…

source

Leave a reply to @TsagaGetachaw Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Prove your humanity: 6   +   2   =  

41 Comments

  1. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉waqayyoo sin haa ebbisuu 😊😊😊😊😊